Archive | 2016

caalaa

GAALAANNI SUUTUMEE DHA!

Caalaa Hayilu irraa Galaanni suutumee dhaa bishaan mooyyee mitii keessafuu Galaanni Oromoo , suutumaa, hurkaatii danfaaf hin jarjaruu, suuta finiinaati. Galaanaa bifaa mitii, galaana dhugaatii Galaanaa isa guddaa, baldhiinaaf fageenyaa […]

Continue Reading 0
12832358_10207734416630129_4376127579393218904_n

#OromoProtests – Mass Protest, March 5, 2016

‪#‪#‎BilisummaaOromoo‬-(05.03.2016, ‪#‎JalduuLukkee‬, Oromiyaa) Kun maqaan isaa BAANDIRAA GALAANAA jedhama. Maqaan facebook isaa “Borubari Seenaaf” jedhama. Namni kuni lukkeelee diinaa keessaa nama tokko yoo ta’u, duraaniin barsiisaa mana baruumsa sadarkaa 2ffaa […]

Continue Reading 0
noy

FXG Itti Fufee jira – Bitootessa 4, 2014

SBO/VOL – Bitootessa 04,2016) Warraaqsa ummata Oromoo FXG sirna cunqursaa fi gabroomsaa wayyaanee hundeen raasee gatuuf jiru dhaamsuuf Oromiyaa guutuutti bulchiinsa waraanaa kan Jeneraal.Saamooraa Yuunus ajajaa waraanaa biyyattiin durfamu jala […]

Continue Reading 0
12802696_980098192073800_8927466008776945651_n

#OromoProtests – Mass Protests, March 3, 2016

Bitootessa 03,2016 ,Naannawa Finfinnee Aanaa sulultaa keessatti mootummaa faashistii Wayyaanee abbootii qabeenyaa dhuunfaa konkolaataa qaban mana hidhaatti guuruun dararaa garaagaraa irraan gahaa jira. Akkuma beekamu guyyoottan lamaan darbe konkolaachisttoonni magaalaa […]

Continue Reading 0
An educator and award-winning author, Beekan Erena is on a mission to highlight the plight of the Oromo people, the largest ethnic majority in Ethiopia, who have struggled for years for political and economic equality.

Keeping up the fight

By Colleen Walsh, Harvard Staff Writer (Harvard Gazette) — Beekan Erena’s path to Harvard returns to the suffering he witnessed as a boy in the Oromo region of Ethiopia. “Poor […]

Continue Reading 1
12803086_1288588404500973_7556920247438980707_n

#OromoProtests – Mass Protests, March 3, 2016

‪#‎OromoProtests‬ Bitooteesa 3,2016 Yeroo ammaa kanatti mooraa Yuniversiitii Jimmaa keessatti fincilli barattootaa ammas dhooheera. Barattoonni Oromoo yuniversiitichaa mooraa Main Kampaas keessatti wal gahanii dhaadannoo warraaqsaa dhageessisaa jiran. Waraanni Federaalaa kan […]

Continue Reading 1
12809530_647982388676330_6752705349468392186_n

#OromoProtests -Continued, March 2, 2016

2/3/2016 buufata konkolaataas haata’u magaala Amboo keessaa konkolaataan ummata fe’u tokkoyyuu hin turre. Garuu baasiin ummataa tokko gara sa’aatii 10 (loca time) irratti bakka biraatii fiduun ummata fe’ee polisii oromiyaatiin […]

Continue Reading 1

Designed and Developed by NextGen IT Solutions